Psalms 25:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi nama isa sodaatu jaala tahe wold'aqisa inni worra woliini tolfate jabeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi worra isa sodaataniif hunna; waadaa isaanii gale hin raawwata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa worra isa sodaatu dhossaa ifii itti hima; inni gondooroo ifii akka isaanitti beekkantu hin godha.