Psalms 25:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini hojja ch'ufa qarqaarsa AABBO Waaqa ira barbaada, inni hojja ch'ufa gaargala keesaa na baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni miila kiyya siiboo jalaa waan baasuuf hennaa maraa ijji tiyya gara Rabbii laalti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa miila kiyya tiyyoo keessaa waan baasuuf, ilti tiyya yennaa mara gara isaa ilaalti.