Psalms 25:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, nati deebii, naa nahi, anini nama laafa wahela inqamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! ani rakkata'aa fi nama hojja jiru waan ta'eef gara kiyya deebi'ii garaa naa laafi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani qofuu waan jiruuf, cunqurfamaalle waan te'eef, fuula keeti gara kiyya deebifadhuu, naaf mararfadhu.