Psalms 25:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka nyaapi nati heddate ilaali, aka worri na jibbu hubad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintonni tiyya hagam akka baay'atan laali; hagam akka mararfatanii na jibban laali.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinoti kiyya attam attam akka bacatanu ilaali; attam akka isaan na jibbanulle ilaali.