Psalms 25:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa kiyya anini si d'aabad'a. Aka nyaapi kiyya na dabsate na ch'eerse na ingoyeesine tahu na d'owi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa kiyya! ani si abdadha; yabo'oo na hin saalfachiisin; diintonni tiyyallee akka natti uf hin janye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa kiyya, ani sitti addadha. Akka fokkifadhu na hin godhin; diinoti kiyya natti hin gammadin.