Psalms 25:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dansuma tiyyafi qajeelumti tiyya ha na baaftu, nami anini heregad'u si.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan si abdadheef; amanamummaanii fi qajeellummaan naa haa eeganii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani addi'iin waan si eegadhuuf, addatamumma'aa fi qajeelummaan na eeganuu ti;