Psalms 25:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, kara kanke na garsiisi, daandi tante na barsiisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! akka karaa kee beeku na taasisi; daandii kee na barsiisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, karaa keeti akka beeku na godhi; daandii teeti na barsiisi.