Psalms 25:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'uga tante gula na qajeelchi, waan dansa na barsiisi; atini Waaqa kiyya, ka na baasu, anini hojja ch'ufa si d'aabad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati fayyisaa kiyya; Waaqa kiyyalle'e; dhugaa keetiin na masakki; na barsiisi; guyyaa guutuu si abdii godhadheeraa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati Waaqa fayyisaa kiyya waan teeteef, dhugaa teetiin na sooressii, na barsiisi; ani yennaa mara addii si godhadha.