Psalms 25:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbufi wollaala gaafa anini kaima tolche biraa naa deemi; dansumafi jaalala tante ta ind'umanneeni na qaabad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
cubbuu ijoollummaa kiyyaa; yakka kiyya natti hin laakkayin! akka baay'inna arjummaa keetiititti haguma araara keetiitiin na yaadadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ati dansaa waan teeteef, akka jaalala keeti ka bara baraatitti naa yaadadhu malee, cubbuu dargaggummaa tiyyaa yookiin yakkaa tiyya hin yaadatin.