Psalms 25:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi dansa qajeela, tanaafi inni nama ch'ubbu karaati qajeelacha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi misha'aa fi qajeela'a, kanaafuu cubbamtoota karaa deemuu isaan barbaachisu isaan barsiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa dansa'aa fi balchaa waan te'eef, inni cubbaaleyyii daandii ifii barsiisa.