Psalms 26:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa d'uga naa muri, wonti akanatiifi anini ya waan d'uga tolche, si ch'alla d'aabad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! Ani waan mudaa hin qabneef atumti naa murteessi; asii fi achi hin jedhu; Rabbiin abdadheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani komii tokko malee, sitti addadhee raafama malee waan le'eef, Ee Mootii Waan Maraa, naaf muri.