Psalms 26:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
worra hojja ch'ufa ch'ubbu hojate, gumbo nama ira fud'atu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harki isaanii waan hamaa huju'uun ka beekkame; harka ufii ka mirgaatiin gabbarsuu fudhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Harka worra akkasii keessa karoora hama'atti jira; harka isaanii middicha keessa safu'utti guuteera.