Psalms 26:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa, anini harka d'iqad'e, aka ch'ubbu inqamne garsiise, waan sorio irati si baasanini mara.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! ani akka cubbuu hin qabne mudhisu'uuf harka dhiqadha; hulee ciinca'aa kee irra naannaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yakkaa akka hin qanne mudhisiisaaf, harka dhiqadha; Ee Mootii Waan Maraa, addee ciinca'aa teeti cinaa mara.