Psalms 27:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi ifsafi baafama kiyya; anini nama tokole insodaad'u. AABBO Waaqi gaargala lubbu ch'ufa duraa na baasa, anini woma insodaad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi ifa kiyyaa fi qorsa kiyya; eentu na sodaachisa? Rabbi lubbuu tiyyaa waan dawoo ta'eef; eennuun sodaadha?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ifa kiyyaa fi fayyinna kiyya; ani eennu sodaadha ree? Mootiin Waan Maraa kushee jiruu tiyyaa ti; eentu na sodaachisa ree?