Psalms 27:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, fed'i tante na barsiisi, kara qajeela gula na qajeelchi, wonti akanatiifi nyaapi kiyya heddu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! karaa kee na barsiisi; sababaa diintota tiyyaatiif jedhii ati karaa qajeelaa na deemsisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, karaa keeti na barsiisi; ani diinota hedduu waan qabuuf, daandii qajeelaa irra na sooressi.