Psalms 27:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapa suni ka d'araani had'e na balleesuu fed'u nati illakisiini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri dharaan waan hamaa na irratti ragu waan na irratti ka'aniiraniif; fedhii diintota kiyyaatiif dabarsitee na hin kennin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugaa baatoti dharaa hunnaan waan na irratti ka'aneef, fedhii diinota kiyyaatiif dabarsitee na hin kennin.