Psalms 27:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini imbeekha, aka, ato jiru, dansuma AABBO Waaqaa ila tiyyaani argu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga biyya worri jiraattotaa irra jiraatan irra jiru, ani mishummaa Rabbii akka argu hin amana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa worra jiraata'aa keessatti dansummaa Mootii Waan Maraa akka dhaggu hin addadha.