Psalms 27:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami hamaani na had'e, na nyaachu fed'e nyaapa nati tahe, worri gugufate jijiga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Foon kiyya nyaachu'uuf; hammeeyyiin hennaa dhufan; hennaa diintonni tiyya natti ka'an sakaallamanii kufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hamaaleyyiin foon kiyya nyaatiisaaf yennaa natti dhufanu, diinoti kiyyaa fi nyaapholeen tiyya yennaa na lolanu, isaanuu gufatanee hin jigan.