Psalms 27:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya gaargalaa inni na baase, Mana ufii keesati na jabeese, d'akha d'eera gubbaa na kaya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hennaa rakko'oo; gaaddisa ufii jalatti waan na dhossuuf; mana woyyuu ufii keessatti na dhossa; dhagaa qarsa'aa irra na dhaaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni guyyaa rakkinnaa mana ifii keessatti na hin eega; Dunkaanii Woyyittii ifii keessatti na hin dhossa; rassaa irratti ol na hin baasa.