Psalms 27:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani anini nyaapa na dabsu dabsad'e, Mana isaa keesati gammade lalabe sorio baasa; anini sirba baase AABBO Waaqa faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani amma diintota na marsan irratti ulfinna argadha; gammachu'uun ililfata'aa mana woyyuu isaa keessatti ciincaa dhiyeessa; faaru'uun Rabbiin jajadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba diinota na marsaneeranu irratti mataan kiyya ol hin jedha; gammadaa ilillisaa addee dunkaanii isaatitti, ciincaa isaaf hin dhikeessa; faarfataa, Mootii Waan Maraa hin leellisa.