Psalms 27:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa hojja anini si yaamad'u na d'agayi, naa nahi, kad'acha tiyya naa d'agayi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! hennaa iyyee si kadhadhu naa dhagayi; garaa naa laafi; naa dhagayi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ani yennaa si waamu, naa dhage'i; naa marariitii, daadimata kiyya naa dhage'i.