Psalms 27:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa atini, kooti na kad'ad'i nani jette, anini, AABBO Waaqa ind'ufa;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Onneen tiyya «Fuula isaa soqi» naan jette; yaa Rabbi! ani fuula kee soqa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhaan kiyya, «Fuula isaa barbaadi» naan jedhe; ee Mootii Waan Maraa, ani fuula keeti barbaada.