Psalms 28:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, siida kiyya anini si yaamad'a na jalaa indidiini na ch'aqasi. Yo atini na ch'aqasu didde, anini nama boola ekherati deemu taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! si waamadha; Ati naa goda jaba'aa; dhageettee akka waan hin dhageennee natti hin ta'in; yoo ati naa hin dhageenne akka nama du'ee ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ani si waammadha; rassaa kiyya, ati na jalaa hin cadhisin! Ati yoo na jalaa cadhitte, ani akka worra boolla awwaalaatitti gad bu'ee hin te'a.