Psalms 28:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja anini mana kanke qulqullooti harka olqabad'u kad'acha tiyya na d'agayi, qarqaarsa anini si kad'ad'u naa kenni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gargaarsaaf gara kee iyyu; gara mana woyyuu keetii, hennaa harka kiyya diriirse; kadhaa kiyya naa dhagayi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qarqaarsa dhaggatiisaaf, harka kiyya gara addee woyyittii woyyootaa teetii ol kaasee, yennaa ani gara keeti iyyu, daadimata kiyya naaf dhage'i.