Psalms 28:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama ch'ubbu tolchu, ka hameenna jaalatu — worra dubbi nagaya dubbate, ammo garaa isaani keesa hameenni guutu woliini, na imballeesini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu garaa isaanii keessa hammeenni jiru; worra hiriyyoota ufii woliin nagaya dubbatan; worra hammeenna hojjatanii fi worra didaa woliin harkiftee na hin fudhatin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra hamaaleyyii, ka waan hantuu huju woliin na hin harkisin! Isaan ollaa ifii woliin afaaniin dubbii nageyaa dubbatan; gadhaa ifii keessatti ammoo waan hantuu yaadan.