Psalms 28:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Huji worraatifi waan hamtu worri tahe jed'i worra gaargalchi, haalo baafad'i!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hammeennaa fi yakka isaan hojjataniitiif gatii hammeenna isaanii ta'u isaanii kenni; akka hujii isaaniititti isaanii deebisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati akka hujii isaaniititti, akka hujii hantuu isaaniititti gatii isaaniif kenni; Akka hujii harka isaaniititti isaaniif kenni; adabbii isaaniif malte isaaniif kenni.