Psalms 28:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan AABBO Waaqi tolcheefi yokhaani waan inni uume odu inkaasu, tanaafi inni worra balleesa deebiele iyyaalu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan hujii Rabbiitiif hajaa hin qabneef; waan hujii harka isaatiifillee hulee hin kennineef; Inni isaan diiga; deebisee isaan hin ijaaru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan hujii Mootii Waan Maraa yookiin hujii harka isaa waan hin ilaalleef, inni isaan hin diiga malee, deebi'ee isaan hin ijaaru.