Psalms 28:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa ha faarsani; inni yayu kad'acha tiyya d'agaye na qarqaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kadhaa kiyya waan naa dhagayeef Rabbiin galanni haa gawu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyya tiyya waan dhage'eef, Mootiin Waan Maraa leellifamu.