Psalms 28:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi irreefi wonte tiyya, anini isa d'aabad'e, inni na qarqaare na gammachiisa; tanaafi anini sirbe isa faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi hunna kiyyaa fi wontee kiyya; inni waan na gargaaruu fi waan na gammachiisuuf isa hedadha; garaan kiyyallee hin usheexxa; faaruu kiyyaanillee isa galatoonfadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa jabeenna kiyya; wontee tiyyalle'e; ani isatti addadha. Inni waan na qarqaaree na gammachiiseef, ani faaru'uun isa hin galateessa.