Psalms 28:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, gumi tante baasi nama kankele eebisi. Tissitu worraa tahi, haga jiru jireenna worra hampaari qorqorad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! banii kee oolchi; worra kee ta'e eebbisi; tissee isaanii ta'i; baraa haga bara baraa isaan eegi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, kolbaa teeti baasi; worra keeti te'ane eebbisi; tissee isaanii te'iitii, haga bara baraa isaan ba'adhu.