Psalms 29:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maqa AABBO Waaqa guddaa faarsa, Waaqa qulqullo durati gajed'a guddisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaa Rabbiitii ulfinna ta'u kennaa'a; gaachena woyyummaa isaatiif Rabbii sagadaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ulfinna maqaa isaatiif, Mootii Waan Maraa leellisa'a; Arnya woyyummaa isaatiif, Mootii Waan Maraa waaqonfadha'a.