Psalms 29:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqo AABBO Waaqa bisaani gubbati d'agayani, Waaqi guddaani mandie, hoga isaa baariini keesati d'agayani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaan Rabbii galaanota irra; Waandhi ulfinnaa gigisse; Rabbi galaanota gugurdaa irratti gigisse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qoonqoon Mootii Waan Maraa abbaayaa guddittii irraa dhage'anti; Waaqi ulfinnaa, Mootiin Waan Maraa abbaayaa irraa mandi'a.