Psalms 29:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqooni AABBO Waaqaa mukha jaba chochoofte mukha baddale obeensa iraa jissiti; Mana isaa keesale nami ch'ufti, Waaqa ha guddisani jed'e lalaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaan Rabbii qilxuu raasa; araddaa cira; maruu mana isaa woyyuu keessa taa'anii, «Ulfinni Rabbiif haa ta'u!» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qoonqoon Mootii Waan Maraa qilxaan akka hargufamu gooti; baala muka badda'aa hin harcaatti; worri addee inni jiruu martinuu, «Ulfinni Mootii Waan Maraatiif te'u!» jedhan.