Psalms 3:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini Waaqa yaamad'e, inni gaara isaa qulqullo iraa na jalaa owaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani laagaa ol qabadhee Rabbitti iyyadha; inni iyya kiyya gaara woyyuu ufii irra taa'ee naa deebisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani qoonqoo ol qabadhee gara Mootii Waan Maraa hin iyya; innille gaara woyyicha ifii irraa naa hin dhage'a.