Psalms 30:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa waan atini gaargala keesaa na baafte, nyaapa na miid'ule nara d'owarteefi anini si faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! waan gadii ol na kaafteef; diintonni tiyya akka natti hin gammanne waan gooteef; ulfinna sii kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ati qilee keessaa na baattee, diinoti kiyya na irratti akka hin gammanne waan gooteef, ani guddisee si galateeffadha.