Psalms 30:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini amma afaani qabachu dide si faarsa. AABBO, atini Waaqa kiyya, anini haga jiru jireenna galata sii deebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa ani hin cadhisu; faaruu galataa sii dhiyeessa; Yaa Rabbi! Ati Waaqa kiyya; kanaafuu baraa haga bara baraa si galatoonfadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona, ani hin cadhisu; faaru'uun si leellisa. Ee Mootii Waan Maraa Waaqa kiyya, ani haga bara baraa si galateessa.