Psalms 30:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani worri AABBO Waaqa d'ugeefatu ch'ufti isa faarsa, waan Waaqi qulqullooni tolche qaabad'a, galata deebisaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin woyyoonni Rabbii faarfadhaa'a; maqaa isaa woyyuu jajaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin worri isaaf addatantane, Mootii Waan Maraa faaru'uun leellisa'a; maqaa isaa woyyichalle, galateessa'a.