Psalms 30:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini hojja hormaatafi bultuma qabu waan ufiini jed'e, nami dandae na inchochoosu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akka wobii qabu waan beekeef «sirimaa hin raafamu» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa natti tole, ani ifiin, «Ani ijjumaa hin raafamu» jedhe.