Psalms 30:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, atini na eebifte, gaara na tolchite na jabeesite. Ammo eege atini na d'okhannaani anini guddo mudame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! gaachena keetiin gaarran kiyya jabaatan; hennaa fuula kee na dhossite garuu keessi kiyya hin raafame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, arnya keetiin, akka gaara jabaa tokkoo na goote; yennaa fuula keeti na duraa dhossite ammoo guddoo sodaadhe.