Psalms 30:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dua tiyya keesa maani argata? Yo na awaalani wonti sunini maani sii baati? Nami due biyyeeni nyaate dandae si faarsa? Worri sunini dandae dansuma tante ta ind'umanne; inodeesa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani yoo du'ee awwaalame maal si fayyada? biyyeen si galatoonfataa? amanamummaa kee hoo attamitti himuu danda'a?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Du'a tiyya irraa maan dhaggatta? Ani yoo boollatti gad bu'e bu'aan maan? Worri du'eeru si hin leellisaa? Isaan addatamummaa teeti hin himanii?