Psalms 31:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, anini siti d'eed'a, ch'eeru na d'owi. Atini Waaqa d'ugaati anini si kad'ad'a na baasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! akka ati irkoo naa taatuuf gara kee dhufe; kanaafuu na hin saalfachiisin; balchummaa keetiin na oolchi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ani sitti baqadheera; ani ijjumaa hin fokkifatin; balchummaa teetiin na baasi.