Psalms 31:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapi kiyya ch'ufti, keesuma nami d'aatu tiyya jiru, ya na tufate, nami na beekhu na sodaate, hojja kara keesati na argule na baqata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani diintota tiyyaaf nama baldaati; ollaa kiyyaa naasu'u; worri na beekan na dheessan; yoo kara'atti na argan na irraa dheessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinoti kiyya marti natti murgane; ollaan kiyyalle irra caalaa natti murge; worri na beeku natti fokkifata; worri karaa irratti na dhaggu na irraa baqata.