Psalms 31:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nyaapa heddu tae waan kiyya hasasu d'agae moga ch'ufa mudamsuuni na qabatti. Worri mala nati d'aate na ijeesuu fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hasaassii namoota baay'e'ee dhagaye; kolba maraanuu soda'atu jira; natti mari'atanii na ajjeessu'uuf karoorfatanii wolii galan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani hasaassaa nama heddu'uu waan dhage'uuf, adaala kiyya mara soda'atti jira. Isaan wolitti qabamanee na irratti mari'atan; na ijjeesiisaafille mala dhowan.