Psalms 31:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini hojja ch'ufa harka kanke keesa jira; nyaapa kiyya, ka na balleesu, duraa na baasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa maraa harka kee keessa jira; namoota na ari'anii fi diintota tiyya maraa jalaa na oolchi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani yennaa mara harka keeti keessa jira; harka diinota kiyyaatii fi worra na ari'u jalaa na baasi.