Psalms 31:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa, anini si yaamad'a, ch'eeru na d'owi. Ch'ubbicha ha ch'eersanniiti, inni ha due ch'allise fulla ekhera d'aquuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! hennaa si waamu na hin saalfachiisin; worri hammeeyyiin mullanii asaaba bu'anii cal haa jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ani waan si waammadheef, akka fokkifadhu na hin godhin. Worri hamaaleyyiin fokkifatuu ti; gara addee worri du'e jirutti gad bu'anee cadhisanuu ti.