Psalms 31:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Na d'agayi, hurrisi na baasi! Siida anini jalati d'eed'u naa tahi, fulla jabdu na geesi, na baasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaa kiyya na dhagayii; daddafii gara kiyya koottuu na oolchi; irko'oo fi kushee jabaa ta'ii na oolchi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gurra keeti gara kiyya deebifadhu; ariifadhuu na baasi. Rassaa ani itti baqadhu, na baasiisaaf, kushee jadduu naaf te'i.