Psalms 31:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini worra suni mala nyaapa isaani duraa fulla teeti d'ossite, araba nyaapa isaani dura fulla jabduti d'ossita.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoota waan hamaa isaan irratti mari'atan jalaa gaaddisa mana keetii jalatti isaan dhossita; arraba hadhaa isaanii jalaallee isaan golgita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati mala nami dhowu duraa bobaa teeti jalatti, jechoota hamaa duraa dunkaanii teeti keessatti isaan dhossita.