Psalms 31:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa ha faarsani! Gaafa na marsani na had'ani, inni kara mamatiini jaalala isaa ta ind'umanne na garsiise!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachattii marfamte keessatti Rabbiin araara ufii ka maalale'ee naa baay'ise haa eebbifamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ani qachaa marfame keessa jiru Mootiin Waan Maraa jaalala ifii ka bara baraatiin waan na jaalateef, inni leellifamu.