Psalms 31:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini sodaad'e waan jed'e, Inni yayu ufi dura na fageese. Ammo anini iti bohe qarqaarsa kad'ad'e jennaani inni kad'acha naa d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan nayeef waan ati uf irraa na fageessite seeye; garuu hennaa gargaarsa araaraatiif sitti iyyadhe iyya kiyya naa dhageette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani yennaa rifadhe, «Fuula keeti duraa gatameera» jedheeraayyu. Ati ammoo yennaa ani gara keeti iyye, iyya tiyya naa dhageette.