Psalms 31:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee gumi isaa, ta isa d'ugeefatu, AABBO Waaqa jaalad'a. AABBO Waaqi nama isa d'aabatu qorqorate, nama ufi saadu haalo baafata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worri woyyoomtan maruu Rabbiin jaaladhaa'a; Rabbi amanamtoota hin tissa; worra uf jajan garuu sirima haluu isaan baya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin worri isaaf woyyoontane marti, Mootii Waan Maraa jaaladha'a. Mootiin Waan Maraa worra addatamaa hin eega; worra kooru ammoo ijjumaa hin adaba.